Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee gidduugala gala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwatan

Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwataniruu.

Aadde Adaanach qooda fudhattoota waliin ta’uun giddugalichattis biqiltuu dhaabaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.