Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee giddugala kuduraa fi muduraa naannoo Gaarmantitti ijaaramaa jiru daawwatan

Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala kuduraa fi muduraa kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo naannoo Gaarmantitti ijaaramaa jiru dawwataniiru.

Aadde Adaanach marsaa jalqabaatin kan ijaaramaan sheedoonni iddoon itti wal irraa  bitan xumuramaa jiraachuu himaniiru.

Torbee itti aanuus daldaltoota kuduraa fi muduraa Jaan Meedaatti argaman guutummaa guututti kaasudha jedhamaniiru.

Giddugalichi baasii Birrii biiliyoona 1 ijaaraama jira.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.