Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Boqochuu Artistii jaalatamaa fi beekamaa Nuhoo Goobanaatiin gaddi guddaan nutti dhaga’ameera jedhaan fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Artiist Nuhoo Goobanaa damee guddina Artii Oromoo keessatti ga’ee bakka bu’aa hin qabne gumaachuu kan danda’e ilma uummataati.

Maatii, jaalattoota isaa fi dinqisiiffattoota isaa hundaaf jajjabinan hawwaniiru.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.