Aadde Adaanach Abeebee addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee magaalichaa waliin addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaan dhaabbii biqiltuu kun Masqal Addabaabaayidhaa hanga Mana Qopheessaatti proojektii daandii mootar malee fi lafa deemtootaa midhaaksuurratti argamuu addabaabaayii Ityoo –Kuubaarrattidha.
Miidhagina maagilchaa fi sochiif daandii mijataa ta’ee kanarratti hojiin miidhaksuu hojjetamaa jiraachuu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.