Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebe qaamoolee ijaarsaa addabaabaayii masqaalaarratti hirmaatan galateefatan

Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee proojaktiin addabaabaayii masqalaa saffisaa fi qulqullinaan akka hojjetamuuf qaamoolee ga’eesaanii baa’an galateeffaniiru.

Qamoolee kanneenifis affeeraa irbaataa taasisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.