Fana: At a Speed of Life!

Namoonni 81 tola ooltummaan qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galan

Finfinnee, Adoolessa 13 ,2015 (FBC)- Namoota argisiisa fayyaa gaggeeffamaa jiru daawwatan keessaa 81 tola ooltuumman qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galaniiru.

Argisiisni Fayyaa Godaa Hambaa Saayiinsitti gaggeeffamaa jiru, cinaatti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

Daawwanichaan cinaatti, tola ooltummaan dhiigaa arjoomuu fi qaroo ija arjoomuun hojiilee namooma keessa tokko akka ta’e eerameera.

Waxabajjii 14, 2105 irraa eegalee hanga Adoolessa 13, 2015’ttis namoonni 81 tola ooltummaan qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.