Fana: At a Speed of Life!

Umrii 65’tti Maanguddoo barnootaan eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsagaayee jedhamu.

Waggoota dheeraaf barsiisummaan tajaajilaa turuu dubbatu.

Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsaggaayee, barattoota guyyaa har’a Yuunivarsiitii Finfinneerraa digirii jalqaban ebbifaman keessaa isaan tokko dha.

Haatii kun waggoottan dheeraaf barachuuf fedhii qabataniis, dhiibbaa garaagaraa irraa kan ka’ee osoo hinbaratin turuu ibsu.

Barsiistuun Yemaariyaamwarqi har’a ‘’Hawwii kiyya milkeesseera‘’ jedhu.

Milkaa’ina isaaniif deeggarsi ijoollee, maatii fi hiriyoottan isaanii daangaa kan hinqabne ture jedhu.

Barsiistuun Yemaariyaamwarqi diigrii 2ffaan barachuuf fedhii kan qaban ta’uu eeruun, ”Barnoota umriin hindaangessu” jedhaniiru.

Maartaa Geetaachootu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.