Fana: At a Speed of Life!

Kan dhaabnu dhaloota dhufuufi – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy kutaa magaalaa Eekkatti Biqiltuu Ashaaraa Magarisaa dhaabaniiru.

Dooktar Abiy magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaatti Barattoota mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa fi 1ffaa Eekkaa Taraaraa waliin sagantaa dhaabbii biqiltuu Guyyaatti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeessaniiru.

Biqiltuu kan dhaabnu dhaloota dhufuufi jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.