Fana: At a Speed of Life!

Dippiloomatonni teessoon isaanii Finfinnee ta’e biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)-Dippiloomatonni teessoo isaanii Finfinnee taasifatan Sagantaa Ashaara Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.

Sirna kanarrati Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin argamuun Ashaara Magariisaa dhaabaniiru.

Dabalataniis Dippiloomaatonni fi Ambaasaaddaronni biyyoota garaagaraa Finfinneetti argaman asharaa magariisaan biqltuu dhaabaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.