Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Magaalichatti har’a biqiltuu miiliyoona 4 dhaabuuf barii sa’aatii 12:00 sagantichi eegalameera.

Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanicha Abeebee, Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hawaasa waliin biqiltuu kana dhaabaa jiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.