Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin fi Jiraattoonni naannichaa sagantaa Ashaaraa magariisaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeessaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.