Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jimmaatti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Sagantichi bakka daayrektarri olaanaan Tajaajila odeeffannoo fi nageenya biyyaleessaa Obbo Salamoon Sokkaa fi kantiibaan bulchiinsa magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Abba Raayyaa argamanitti eegalameera.

Abdurmaan Mohaammaditiitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.