Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.

Obbo Dammaqaan Walga’ii hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afriikaa 43ffaa Keeniyaatti ta’amurratti hirmaachuuf Keeniyaa seenuun kan yaadatamuudha.

Mooraa Imbaasii Ityoophiyaa Keeniyaa jiru keessatti dippiloomaatotaafi hojjettoota Embaasichaa waliin biqiltuu dhaabaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.