Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo madda humnaa Gibee 3ffaa mudateen humni elektirikii addaan cituun ibsame

Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Madda Humna Elektirikii Gibee 3ffaa rakkoo mudaterraan kan ka’e kutaalee biyyatti hedduutti humni elektirikii addaan cituu Humni Eletktirikii Ityoophiyaa beeksise.

Humnichi ibsa FBC’f ergeen, rakkoo hidhicha mudate deebisuuf ogeeyyiidhaan tattaaffiin taasifamaa jiraachuu eeruun adeemsa hojiilee gaggeeffamaa jiraniis fuulduratti ummataaf kan ibsu ta’uu eereera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.