Fana: At a Speed of Life!

Caffeen mirga himatamuu Dhabuu Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaaqaa kaase

Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Caffeen Naannoo Oromiyaa miseensaa Caffee Oromiyaa kan ta’aanii fi yakkaa ajjeechaan shakkaman mirga himatamuu dhabuu Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaqqaa kaaseera.

Haaluma Kanaan Miseensi Caffee Obbo Toleeran yakka ajjechaa Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamtee Obbo Dassaalanyi Bagonjaa fi ajjechaa durbee Daraartuu Taakkaalaan walqabtee waan shakkamaniif mirgi addaa isaanii akka ka’uuf gaafateera.

Haaluma kanaan Caffeen mirga addaa miseensichaa akka ka’uu sagalee guutuun raggaasiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.