Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni tola ooltoota daangaa ce’oo Harariitti hojiilee tola oltuummaa gaggeessan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Tola Ooltotaa Daangaa Ce’oo Biyyaaleessaa Naannoo Harariitti hojiilee tola oltuummaa garaagaraa gaggeessaaniiru.

Dargaggoonni kunneen biqiltuu dhaabuu, maddii qooduu fi dhiigaa arjoomaniiru.

Hoggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa Naannoo Hararii Aadde Daliilaa Yuusuuf, hojiin tola ooltummaa dargaggootaa, olkaa’iinsaa Ityoophiyaa mirkannneessuu fi nageenya, jaalalaa fi tokkummaa cimsuuf tumsaa jiraachuu dubbataniiru.

Dargaggoonni tola ooltotaa daangaa cee’oo kunneen hojii isaanii kutaalee biyyattii biroottis akka itti fufu ibsamuu ragaan kominikeshinii naannichaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.