Fana: At a Speed of Life!

Kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Kenniinsa tajaajilaa caalmaatti ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.

Leenjiin hubannoo ‘smart City’ fi yaada tiraanisfoormeeshinii Diijitaalaa cimsuurratti xiyyeeffate qooda fudhattootaaf laatameera.

Kenniinsa tajaajilaa ammayyaa,saffisaa fi jiraattoota magaalichaaf mitajatu laachuuf xiyyeeffaannoon hojjetamaa jiraachuu kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru.

Hojiileen teeknooloojii haala gurmaa’iinsa qabuu fi akkaataa fedhii jiraattootaa guutuun qorannoon deeggaramee bifa haaraan akka gurmeessufu hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru.

Bulchiinsi magaaichaa kenniinsa tajaajilaa caalmaatti Teeknooloojii Diijitaalaan ayyammeessuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jiraachuu himuu isaanii ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.