Fana: At a Speed of Life!

Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu’uu hindanda’u – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu’uu hindanda’u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa Godina Geedi’ootti eegalchiisaniiru.

Hojiilee misoomaa akka Ashaaraa Magariisaa hojjetaman cinatti nageenya waaressuuf waltaanee hojjechuutu nurraa eegama jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.