Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara kuma 429 olirratti Ruuziin misoome

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Inisheetiivii misooma Ruuzii bara kana akka Oromiyaatti misoomsuuf qabame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 429 ol misoomuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.

Guyyaa har’aas Godina Arsii Lixaa Aanaalee Shaallaafi Shaashamanneetti facaasaan Ruuzii gaggeeffameera.

Hojii jajjabeessaa xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiru cimsuun karoora qabame milkeessuuf facaasaan cimee itti fufuu biirichi ibseera.

Xilahuun Yilmaa fi BQO

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.