Yaa’iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee Godina Silxee magaalaa Waraabeetti gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiilii fi hogganaan damee Tikaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Siraaj Faggeessaa dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi godinaa yaa’icharratti argamaniiru.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu eerameera.
Taarkuu Waldasanbatiitu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.