Kabanji Ayyaana Iid Al Adahaan nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Kabajni Ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.
Sirni solaataa iddoolee garaagaraatti gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu humnichi ibseera.
Qaamolee ayyaanichi karaa nagaan akka xumuramu gahee isaanii ba’an hunda galateeffateera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.