Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Hordoftoota Amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iidal Adahaa (Arafaa) waggaa 1444ffaa geessan! Jedhaniiru.

Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa akka ta’u hawwaniiru.

Nageenyi biyyaaf kan itti du’aayii taasistanii fi hawaasni amantichaa hundi kan gammachuun itti dabarsan akka hawwii qaban ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.