Fana: At a Speed of Life!

Burtukaan Miidhaaksaan godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin geggeefama jiru daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) – Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaaksaa godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin geggeefama jiru daawwataniiru.

Godinichatti buufataalee filannoo garaagaraatti barii sa’aatii 12:00 eegalee ummatni sagalee laachaa jira.

Giddu gala qindeessaa filannoo 12 fi buufataalee filannoo kuma 1 fi 812 irratti adeemsi sagalee laachuu itti fufeera.

Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaaksaanis Buufataalee Filannoo magaalaa Sooddootti argaman irra naanna’uu daawwachuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.