Fana: At a Speed of Life!

Pireezdaantiin Afaar Obbo Awwal maqaa “Abbaa Nagaa” moggaafaman

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)-Pireezdaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Godambaa Magaalaa Jimmaa daawwataniiru.

Daawwannicharratti Obbo Awwal Arbaan dabalatee Kantiibaan Magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Abbaa Raayyaa fi Bulchaan Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasir fi hoggansi godinichaa akkasumas qaamooleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

Ummanni Magaalaa Jimmaa kennaa kabajaa Obbo Awwaliif kan arjooman yoo ta’u, maqaa kabajaa “Abbaa Nagaa” jedhus moggaasuu ragaan Kominikeeshinii Magaalaa Jimmaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.