Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan arjoomtoota dhiigaa idil addunyaa kabajamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Guyyaan Arjoomtoota dhiigaa Idil Addunyaa mata duree ‘Dhiigaa haa arjoomnu, Lubbu haa qoodnuu’ yeroo hundaa haa qoodnu’ jedhuun kabajamaa jiraachuu ibsame.

Sirnicharratti Daayirekterri Baankii dhiigaa Ityoophiyaa Aadde Xeenaayee Dammiisee , hoggaanaa Biiroo Fayyaa Naannoo Beeenishangul Gumuuz Fiqaaduu Raggaasaa fi keessummonni biroon argamaniiru.

Guyyaan arjoomtoota dhiigaa waggaa waggaan Waxabajjii 7 kan kabajamu yoo ta’u, arjoomtoota dhiigaa tola ooltummaadhaan kennaa hunda caalaa gatii guddaa qabu arjooman galateeffachuu qabn jedhan Aaddee Xeenaayeen. akka ta’e ibsaniiru.

Lubbuu namoota sababa hanqina dhiigaan darbuu bararauu keessattii gatiin namoota dhiigaa arjoomanii guddaa ta’uu ibsaniiru.
Malaakuu Gadif fi Saraa Mokonniintu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.