Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Yaa’ii 7ffaan Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.

Yaa’ichi mata duree ‘Diijataala Afrikaa ’ jedhuun yeroo 7ffaaf Ityoophiyaatti kan gaggeeffamu yoo ta’u, waljijjiirraan muuxannoo teeknooloojii bal’aan ni taasifama jedhamee eegama.

Ce’umsa Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaa, barnootaa, Faayinaansii, Fayyaa fi kanneen birootti bal’inaan fayyadamuun Diijitaala Ityoophiyaa dhugoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Dooktar Ballaxan ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.