Fana: At a Speed of Life!

Rikardii haaraan Atileet Lammeechaa Girmaan galmeesse ragga’eef

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Fiigichaa mana keessaa meetira kuma 3 Paariis irratti rikardii haaraan galmeesse ragga’e.

Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommicha daqiiqaa 7, sekoondii 23 fi maayikiroo sekoondii 81’n xumuruun galmee haaraa galmeessuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.