Fana: At a Speed of Life!

Mariin hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Poorchugaal cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Komishinarri komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyatti Ambaasaaddaraa Poorchugaal Luusiyaa Firahso waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Poorchugaal daran cimsuu haalotaa dandeessisanirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Komsihinar Laliseen abbootiin qabeenyaa alaa ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif tumsa barbaachisaa akka taasistuu dubbachuu ragaan komishinicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.