Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Mooskootti haleellaan diroonii raawwatame

Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Raashiyaa Mooskootti haleellaan diroonii raawwatamuu Kantibaan Magaalittti Saargee Saabiyanin ibsan.

Haleellaa har’a ganama Mooskootti raawwatame gamoowwaan hedduurraa miidhaan qaqqabsiisuu eeraaniiru.

Akka ibsa Kantibaa Saarge Saabiyanitti gamoowwaan dirooniin haleellaman keessattii miidhaan jirattootaarra gahee kan hinjirre ta’uu ibsaniiru.

Diroonniiwwaan magaalichatti haleellaa biroo qaqqabsiisuuf turan humna qilleensaa biyyattiin rukkutamanii kufuu RT’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.