Fana: At a Speed of Life!

Yeroon Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa itti laatamu ifoome

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) –Ministeerri Barnootaa yeroo Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 itti laatamu ifoomseera.

Qormaatichi Adoolessaa 19 -30, 2015tti Yuunivarsiitiwwanitti kan laatamu ta’uu ifoomseera.

Yuunivarsiitiwwan Mootummaa hojii isaanii yeroon xumuruun Adoolessa 15, 2015 eegalee qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 laachuuf qophii barbaachisu akka taasisan hubachiisuu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.