Oromiyaatti dhaabbilee dorgommii Kalaqa hojii, Ogummaa fi Teeknooloojiirratti hirmaatan 159f beekkamtiin laatame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee dorgommii Kalaqa hojii, Ogummaa fi Teeknooloojiirratti hirmaatan 159f beekkamtiin laatameera.
Sagantaan dorgommii qorannoo fi qo’annoo Kalaqa hojii,Ogummaa fi Teeknooloojii marsaa 4ffaan mata duree ‘Dambalii Ogummaa Badhaadhina Oromiyaaf’ jedhuun magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Dorgommicharratti dhaabbileen 573 kan hirmaatan yoo ta’u, dhaabbileen 159 beekkamtii argataniiru jedhame.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.