Qabeenya Afrikaa gara Badhaadhina dhugaatti geeddaruuf nageenya mirkaneessuun dhimma murteessadha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Qabeenyaa fi kennaa Afrikaa gara Badhaadhina dhugaatti geeddaruuf nageenya mirkaneessuun dhimma murteessaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Kanaafis hundi itti gaafatamummaa isaa ba’uu akka qabu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Hundaa ol ajajoonni Raayyaa ittisaa Afrikaa fi hoggantoonni nageenyaa gahee olaanaa bahuu akka qaban eeraniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.