Misooma Ityoophiyaa guddisuuf damee qonnaa irratti hojii bal’aa hojjechaa turreerra-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Misooma Ityoophiyaa guddisuuf adda durummaan damee qonnaa irratti hojiilee bal’aan hojjetamaa turuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad, sagantaa Argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsii irratti argamanii argisiisicha bananiiru.
Misooma Ityoophiyaa guddisuuf damee qonnaa irratti hojiilee bal’aa hojjechaa turreerra jedhan gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Argisiisichis kan baname beekumsa gabbisuuf, kalaqa kakaasuu fi invastimantiiwwan damee dhuunfaa jajjabeessuuf ta’uu himaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.