Naannoo Kibbaatti baatiiwwan saglan darbanitti Birrii biiliyoonni 13.5 walitti qabame
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 13.5 waliitti qabamuu Biiroo Galiiwwanii Naannichaa beeksise.
Hogganaan biirichaa Obbo Yiglaxuu Abzaa, baatiiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 13.5 walitti qabamuu fi raawwiin kunis %94 ta’uu himaniiru.
Galiin walitti qabame hojiilee misoomaa biyyaalessaa fi naannoo hojjechuuf kan tumsu ta’uu eeruun, baatiiwwan hafanittis galma karoorichaa milkeessuuf xiyyeeffannaa kan hojjetamu ta’uu himaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.