Olaaf Shooliz daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi’an
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi’aniiru.
Olaaf Shooliz Ityoophiyaa fi Keeniyaatti daawwannaa hojii taasisuuf har’a gara Finfinnee dhufuun kan yaadatamuudha.
Turtii isaaniin Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin dhimmoota waloorrattj mari’ataniiru.
Jilli isaan waliin dhufes hoggantoota mootummaa garaagaraa waliin marii taasiseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.