Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Koree Diinagdee Gooroo waliin Mari’atan

Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree dinagdee gooroo waliin mari’atan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, haala diinagdee yeroo ammaa korichaa waliin gamaggamaniiru.

Dabalataanis kallattiiwwan fuulduratti raawwataman adda baasuu himan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.