Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba ‘Dhaloota Ida’amuu’ Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira

Waltajjicharratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee abbootiin qabeenyaa fi keessummoonni biroon argamuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.