Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa magaalichatti ijaaraman daawwatan.
Barsiisonniifi hoggantoonni kunneen giddugala gabaa kutaa magaalaa Lammii Kuraatti ijaaramaa jiru, Giddugala Ittisa Tiraafikaa naannoo Maganaanyaatti ijaaramaa jiru, akkasumas Mana Kitaabaa Abrihootiifi Paarkii Michummaa Lakk. 2 daawwataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.