Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Lumeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 10 darbe

Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti Balaa Tiraafikaa Suukkaneessaa mudateen lubbuun namoota 10 darbuun ibsame.

Balichi ganama har’a konkolataa deddeebisaa ummata Magaalaa Arartii irra gara Magaalaa Adaamaatti imala jiru, konkolataa dhaabbate jiru waliin walitti bu’un kan uumame ta’uu Qindeessaan Nageenya Tiraafika Aanaa Lumee Inispeektar Takliyyee Taammiruu ibsan.

Balichan namoota 10 kan darbe ta’uun eerameera.

Sababni balicha of eeggannoon dhabuu fi saffisaa olaanaan konkolaachisuu akka ta’e himamuu ragaan kominikeeshinii Aanaa Lumee irra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.