Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo Raawwatame

Finfinnee, Eebla, 18, 2015 (FBC)-Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo raawwatameera.

Sirni Awwaalcha Artistichaa Batsakaana Sillaasee Kaateediraalitti bakka maatiin, jaalattoonni, qondaaltonni, artistoonni fi hawaasni argamanitti raawwatameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.