Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti Piroojektoonni namarratti xiyyeeffatan garaagaraa Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.

Piroojektoonni guyyoota 90 keessatti ijaaraman kunneen warshaa daabboo, suuqiiwwan gurgurtaa daabboofi kuduraalee Shaggar, giddugaloota ispoortii kan of keessatti hammatan ta’uu eerameera.

Sagantaa eebba piroojektoota kanneeniirratti Af-Yaa’ii Mana Maree Magaalaa Finfinnee Faayizaa Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon biroon argamaniiru.

Mintasinoot Mulugeetaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.