Fana: At a Speed of Life!

Hordoftoonni Amantaa Kiristiyaanaa biyyaa keenyaa baga nagaan Ayyaana Du’aa Ka’uun isin gahe-Pireezidanti Saahilawarqi Zawudee

Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa biyya keenyaa bagaa Ayyaana Du’aa Ka’uu nagaan isin gahee jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan.

Pireezidaanti Saahilawarqi Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiin gahee fi hawwii gaarii qaban dabarsaniiru.

Ergaa isaaniin “Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa baga nagaan Ayyaana Du’aa Ka’uutiin nu ga’e! Rakkinaa fi du’i Yesuus Kiristoos akkuma jirutti ta’ee, jireenya bara-baraa, ciminni hafuuraa fi jabinni kan argame du’aa ka’uuni. Rakkoolee dursanii ittisuurratti haa jabaannu” jedhaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.