Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti debi’an

Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaa isaaniitti debi’an.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaa taasisuufii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.