Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun halkan har’aa madfiin si’a 9 ni dhukaafama

Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun halkan har’aa madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu Raayyaa Ittisa Biyyaatti daayrektarri Ijaarsa xiin-samuu beeksisuu Poolisiin Magaalaa Finfinne ibse.

Ayyaanichi halkan har’aa sa’aatii 9:00tti si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu eerameera.

Hawaasnis odeeffannoo barbaachisaa akka qabaatu beeksiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.