Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahiin simatamaniiru.

Pireezidaantichi guyyoota lamaaf Finfinneetti daawwannaa hojii kan taasiisan ta’uu eerameer.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.