Waajjirri Muummee Ministiraa hojjettoota galii gadi aanaa argataniif 220’f maaddii qoode
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Waajjirri Muummee Ministiraa bakkaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti hojjettoota waajjirichaa galii gadi aanaa argataniifi daa’imman buusii miindaa hojjettoota isaan gargaaraman 220’f maaddii qoode.
Waajjirichi ayyaanota Faasikaafi IId Al-Faxiriin sababeeffachuun maaddii qooduu ragaan waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.