Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni ‘Dhaloota Ida’amuu’ filmaata gabaa oonlaayiniin dhiyaate

Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Kitaabni dhiyeenya Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin barreeffame kitaaba Dhaloonni Ida’amuu oonlaayinii gurguramuu eegaleera.

Gurgurtaan oonlaayinii kunis karaa onlaayinii ‘Ethio Post shop’n, biyyaa alaa fi biyyaa keessaaf dhiyaachuun eerameera.

Haaluma kanaan ethio.post/product/genera seenuun kaffaltii raawwachuun kitaabicha bitachuun akka danda’amu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.