Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Biiznasii fi Invastimantii Ityoo – Ameerikaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Biiznasii fi Invastimantii Ityoo – Ameerikaa Mana Maree Hariiroo alaa Ameerikaatti gaggeeffamaa jira.

Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen fooramicharratti argamuun ergaa dabarsuu ibsameera.

Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa biyyoota lamaanirraa walitti babba’an 100tti hiiqan fooramicharratti hirmaachaa jiraachuu eerameera.

Abbootiin qabeenyaa damee Oomishaa dabalatee misooma Qonnaa, Albuudaa, Turizimii, Fayyaa, Humnaa fi Daldaarratti hirmaachuu fedhii agarsiisasuu eerameera.

Hirmaattoonni Fooramichaa Ameerikaan Ityoophiyaa fayydamummaa Agoowaatti akka deebiftu gaafaniiru jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.