Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Dippiloomaasii fi Kominikeeshinii Bishaanii 8ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Fooramiin Dippiloomaasii Bishaanii 8ffaafi Kominikeeshinii irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.

Fooramicha Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee fi Ministeerri Bishaanii fi Inarjii wal ta’uun qopheessuu ibsameera.

Foormanii kanarratti Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittafaa dabalatee qorattoonni damichaa fi miseensonni garee marii Hidha Haaromsa Guddichaa argamuu eeranameera.

Itti fayyadama bishaaniirratti dippiloomaasii fi waliigaltee hordofamuu qaburratti mariin ni taasiifama jedhame.

Barreeffamoonni dhimmicharratti xiyyeeffatan qorattootaan kan dhiyaatan ta’uu ibsameera.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.