Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa galateeffatan

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa Deevid Beeslii galateeffataniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, daayrektarichi yeroo itti gaafatamummaa isaaniitti gahee bahataniif galateeffachuu ibsaniiru.

Boqonnaa jireenya isaanii hafettis hawwii gaarii qaban ibsaniifiiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.